Lakkoofsa Fuulaaf Barruu Otoola

Dirree barruu otoola kan jecha "fuulotaa" agarsiisu uumuu dandeessa qooda "fuula" goduunfituu keessaa dirree lakkaawwii fuulaa wajjin galmeen kee yoo fuula tokkoo ol qabaate.

  1. Galmetti iddoo lakkoofsa fuula saagu barbaaddutti qaree ka'i.

  2. Saagi - Dirree - Lakkaawwii Fuulaa fili, itti aansuun iddoo galchi.

  3. Saagi - Dirreewwan - Kabiroo fili, kana booda caancala Dalagalee cuqaasi.

  4. Tarree Akaakuu keessaa "Barruu otoola" cuqaasi.

  5. Saduuqa Fuula > 1 keessatti Otoola katabi.

  6. Saduuqa Fuulota keessatti itti aansee katabi.

  7. Saduuqa Fuula keessatti yoo ta'uu baate katabi.

  8. Saagi cuqaasitii, kana booda Cuficuqaasi.

CBarruu Otoola

Haalawwan Qindeessuu

Waa'ee Dirreewwanii