Fuula Ammaa irratti Hundaa'uun Akkaataa Fuula uumuu

Teessuma fuula eerga saxaxatte booda, isa irratti hundaa'uun akkaataa fuula uumuu nidandessa.

Fakkeenyaaf, akkaataa fuulaa isa irraantoo addayaa, fi akkaataa fuulaa kabiroo isa irraantoo adda addaa agarasiissuu uumuu nidandeessa.

  1. Open a new text document, choose View - Styles, and then click the Page Styles icon.

  2. Sajoo Filannoo irra Akkaataa Haaraa cuqaasi, kan booda baafata xiqqaa irra Filannoo irra Akkaataa Haaraa fili.

  3. Sanduuqa Maqaa Akkaataa irratti maqaa fuula barreessi, kana booda TOLEE cuqaasi.

  4. Fuula ammaa irratti akkaataa fayyadamuuf, tarree keessaa maqaa irra lam-cuqaasi.

  5. Choose Insert - Header and Footer - Header, and choose the new page style from the list.

  6. Irraantoo irratti barruu barbaaduu barreessii. Irraantoo ala naannoo barruu guddaa keessatti qaree qubachiissi.

  7. Saaguu-Qurxinsa hujeekaa.

  8. Naannoo Akaakuu keessaa, Xumura fuulaa filadhuutii, saanduqa Haalata irraa “Durtii” filadhu.

  9. Maamiloo lammaffaa irraantoo garagara Akkaataa fuula waliin uumuuf ejjatoo 2-6 irradeebi'i.

Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Olaantoota fi Jalaantoota Gara Garaa Hiikuun

Maqaa fi Lakkoofsa Boqoonnaa olaantoo ykn Gadaantoo Keessaatti Saaguun

Jalaantota ykn olaantota Dhangeessuu

Qajojiiwwanii fi Akkaataalee