Lakkoofsa Boqannaa Qabiiwwanitti Ida'uu

Lakkoofsoota boqannaa qabiiwwan keessatti dabaluu nidandeessa.

Barruun galmee kee keessaa akka boqannaadhaan qindaa'ani mirkaneefadhuutii, akka matadureewwanii boqannaa, yoo barbaaddees kutaa matadureewwaniitiif, akkaataa keewwataa mataduree durmurtaawaa keessaa tokko fayyadami. Akkasumas, dirqala lakkaawwii, akkaataalee keewwata matadureetiif ramaduu qabda.

  1. Maalimaa isa qabiitti ida'uu barbaduu fili.

  2. Saagi - Qabii fili.

  3. Select a caption title from the Category box, and select a numbering style in the Numbering box.
    You also can enter a caption text in this dialog. If you want, enter text in the Caption box.

  4. Dirqaleewwan cuqaasi .

  5. In the Level box, select the number of heading levels to include in the chapter number.

  6. Type the character that you want to separate the chapter number(s) from the caption number in the Separator box, and then click OK.

  7. Qaaqa Goddayyaa keessaa, TOLE cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

LibreOffice can automatically add a caption when you insert an object, graphic, or table. Choose - LibreOffice Writer - AutoCaption.