Galmee barrutti bu'aa foormulaa herreguf maxxansi

Yoo barruun kee duratti foormulaa, fakkeenyaaf "12+24*2", LibreOfficeherrege, kana booda Kabala Foormulaa ittu hin fayyadamin, bu'aa foormulaa galmeetii maxxansa.

  1. Barruu kessatti foormulaa fili. Foormulaan lakkoofsaf ogeejjiilee qofa iddoo duwwaa ittu hin dabalaatin ofkeessatti qabu.

  2. Meeshaalee - Herregi Fili, ykn +Mallattoo Idaatii (+) dhibii.

  3. Qaree iddoo bu'aa foormulaa saaguu barbaaddu olkaa'itii, achiin Gulaali - Maxxansaafili, ykn +V.
    dhiibi Foormullaan filatame bu'aadhaan bakka bu'ama.

Kabalaa Foormulaa

Galmee Barruu keessatti herregu

Galmee Barruu irratti Foormulaa Xaxamoo Herregi

Man'ee gabatee irratti walfaannee ida'amii herregi

Gabatee Gamaa-gamana Herregi