Galmee barruu kessatti handaaraa hiika fayyadamaa

Gabatee guutuu ykn gabatee barreessatti man'ee filaman kessatti handaaraa man'ee akaakuu adda addaa fayadamu nidandessa. Wantoota kabiroon galmee barruu kessatti handaaraa hiika fayyadamaa kaabaachu danda'aa. Fakkeenyaaf handaaraa gara Akkaataa fuula, goodayyaaf fakkiilee ykn taattoota saagamanitti ramadu nidandessa.

  1. Gabatee barreessatti garee man'ee ykn man'ee fili.

  2. Choose Table - Properties.

  3. Qaaqa irrati caancala Handaaraa cuqaasi.

  4. Filannoo handaaraa wara fayyadamu barbaadu filitti Tole cuqaasi.

Filannoon naannoo Qindaa'ina sararaa keessaa, akkaataawwan handaaraa hedduudhaaf fayyaduu dandaa'a.

Filannoo man'ee

Filannoo man'een Hundaahuudhaan, naannoon garaagara fakkaata.

Filannoo

Naannoo qindaa'ina sararaa

Gabatee tokko keessaa hamamtaa man'ee tokkoo isa caaluu, man'een tokko filatamuu, ykn qareen gabatee tokko keessa ooluu, ossoo man'ee hinfilatiin

handaara man'ee tokkoo

Gabatee man'ee tokkootti, man'een filatameera

handaara man'ee filaman tokkoo

Man'eewwanii tarjaa keessaa filaatamaniiru

handaara tarjaa filamanii

Man'ee tarree kessatti filaman

handaara tarree filamani

Gabatee guutu 2x2 ykn man'ee chala filaman

handaara garee filamanii


Qindaa'inoota durtii

Handaara hedduu haaromsuf ykn qindeessuf sajoo Durtii irratti cuqaasi.

Fakkeenyaaf

Garee man'ee 8x8 kan ta'u fili, Dhangii - Man'eewwan - Handaaraalee fili.

sajoo durtii handaaraa

Amma sarara kam kabiroo keesatti qindaa'e ykn haqeme ilaalu nidandessa.

Qindaa'inoota hiika fayyadamaa

Naannoo Hiika Fayyadamaa irratti, cuqaasun sarara kophaa haqu ykn qindeessuu nidandessa.

Haala garagara sadii kessatti jijjiirruuf xiyyoo ykn qarqara keessa-deebi'uun cuqaasi.

Akaakuuwwan Sarara

Calaqqee

Hiikkoo

Sarara gurraacha

handaaraaf sarara jajjaboo

Sararrii gurrachii, sarara walitti dhufoo kan man'eewwan filatamanii qindeessa. Yammuu ati akaataa sarara 0.05 pt filatu, sararrii akka sartuqaatti mul'ata. Sararootii dachaan, yammuu ati akkaataa sarara dachaa filattu mul'atu.

Sarara fajajaa

sarara fajaja handaaraa

Sararrii fajajaan, yammuu sarara walitti dhufoon kan man'eewwan filatamanii hinjijjiiramneedha. Bakka kanatti sararii qindaa'uu ykn haqamuu hinjiru.

Sarara adii

sarara handaara adiif

Sararii adiin kan mullatu, yammuu sararii walitti dhufoon man'eewwan filatamanii haqamuudha.


Fakkeenyaaf

  1. Select a single cell in a Writer table, then choose Table - Properties - Borders.

  2. Akkaataa sarara furdaa fili.

  3. Handaaraa gadi qindeessuuf, hamma sarara furdaa ilaaltutti qarqara gadi keesa-deebi'uun cuqaasi.

haandaara jalaa furdaa qindeessuu

Sajoo Yaaddannoo

Mara man'ee gabatee barreessa keessatti yoo xinnaate sarara bitaaf gadi durtiin qabu. Man'ee baay’ene marsa gabateen sarara dabala durtiin fayyadama.


Sajoo Ofegannoo

Sarara mara wara durargii irratti adiin mullatu man'ee irra nihaqamu.


D'oh! You found a bug (text/swriter/guide/border_character.xhp#border_character not found).

Fuulootaaf Handaaroota Qindeessuu

Keewwatootaaf Handaarota Qindeessi