Wantawwaniif, Handaaraalee Qindeessuu

Barreessaa keessatti, naannoo wantoota OLE, itti suuqii, safakawwan/taattootaa, saxaatoo, fi goodayyaawwanii handaaraa qindeessu nidandessa. Maqaan baafataa fayyadamatu wantaa filatame irratti hundaa'a.

Akkaataa Handaara Durmurtaawaa Qindessuu

  1. Wantaafi handaaraa qindeessu barbaadu fili.

  2. Sajoo Handaara irratti kamshaa Wanta - OLE ykn kamshaa Goodayya foddaa banuuf Handaarotaa cuqaasi.

  3. Akkaataa handaara durmurtaawaa tokko cuqaasi. Kun akkaataa handaara wanta ammee

Akkaataa Handaara Maamileesame Qindessuu

  1. Man'eewwan gabatee warra fooyyeessu barbaaddu fili.

  2. Dhangi'i - (maqaa wantaa) – Handaarawwan filadhu.
    Gosa wanta filattee maqaa isa dhugaadhaan bakkabuusi (maqaa wantaa).

  3. Naannoo Hiika Fayyadamaa irratti teessuma waliinii qarqaraawwan warra akka mul'atu barbaaddu fili. Filannoon qarqaraa akka ceetuuf durargii qarqaraa keessa cuqaasi.

  4. Naannoo Sarara keessaa, akkaataa handaaraa filatamaniif, akkaataa sarara ykn halluu fili. Ijaarsi kun sararoota handaaraa mara warra akkaataa handaaraa filataman keessatti dabalaamaniif fayyada.

  5. Qarqara handaaraa hundaafuu, ejjatoota dhuma lachan irradeebi'i.

  6. Select the distance between the border lines and the page contents in the Padding area.

  7. Jijjiirraa Fayyadamuuf, Tole cuqaasi.