Fuulootaaf Handaaroota Qindeessuu

Sajoo Ofegannoo

If two adjacent text ranges' all border properties are identical (same style, width, color, padding and shadow), then those two ranges will be considered to be part of the same border group and rendered within the same border in the document.


Akkaataa Handaara Durmurtaawaa Qindessuu

  1. Select the range of characters around which you want to add a border.

  2. Dhangi'i - Fuula - Handaaroota fili.

  3. Naannoo Durtii keessatti akkaataalee handaaraa durtii tokko fili.

  4. Naannoo Sarara keessaa, akkaataa handaaraa filatamaniif, akkaataa sarara ykn halluu fili. Ijaarsi kun sararoota handaaraa mara warra akkaataa handaaraa filataman keessatti dabalaamaniif fayyada.

  5. Select the distance between the border lines and the selected characters in the Padding area. You can only change distances to edges that have a border line defined.

  6. Jijjiirraa Fayyadamuuf, Tole cuqaasi.

Akkaataa Handaara Maamileesame Qindessuu

  1. Select the range of characters around which you want to add a border.

  2. Dhangi'i - Fuula - Handaaroota fili.

  3. Naannoo Hiika Fayyadamaa irratti teessuma waliinii qarqaraawwan warra akka mul'atu barbaaddu fili. Filannoon qarqaraa akka ceetuuf durargii qarqaraa keessa cuqaasi.

  4. Naannoo Sarara keessaa, akkaataa handaaraa filatamaniif, akkaataa sarara ykn halluu fili. Ijaarsi kun sararoota handaaraa mara warra akkaataa handaaraa filataman keessatti dabalaamaniif fayyada.

  5. Qarqara handaaraa hundaafuu, ejjatoota dhuma lachan irradeebi'i.

  6. Select the distance between the border lines and the selected characters in the Padding area. You can only change distances to edges that have a border line defined.

  7. Jijjiirraa Fayyadamuuf, Tole cuqaasi.