BarruuUfmaa Fayyadamuu

Barreessaa LibreOffice kessatti, barruu - saxaatoo, gabateewwan, fi dirreewwan, akka BarruuUfmaatti of keessaa qabutti kuusuu, kunis, booda barruu hatataaman saaguu nidandeessa. Yoo barbaaddees, barruu dhangeefame kuusuu nidandeessa.

Galfata Maalima BarruuUfmaa Uumuu

  1. Barruu, barruu saxaatoo waliin, gabatee, fi dirree akka galfata BarruuUfmaatti akka olkaa'u barbaaddu filadhu. Saxxaatoon kan kuusamuu, yoo akka arfiitti korkoddeefame, akkasumas yoo xinnaate arfii barruu tokkoon durfame fi itti aanameedha.

  2. Faayilii - Alergii fili.

  3. Akaakuu, bakka itti BarruuUfmaa kuusuudhaaf barbaaddu fili.

  4. Maqaa arfiilee afur ol dheerattu barreessi. Kunis dirqalaa BarruuUfmaa Yeroo barreestu maqaa hafee yaadni dhiyaatu akka agarsiisuu siif hayyama. Yoo barbaadde, qaxxaamura ka'umsaa fooyyessuu nidandessa.

  5. Qabduu BarruuUfmaa cuqaasi, booda Haaraa fili.

  6. Qabduu Cufi cuqaasi

Galfata Maalima Barruu Ufmaa Saaguu

  1. Galfata Baruu Ufmaa galmmetti iddoo saagu barbaaduu cuqaasi

  2. BarruuUfmaa - Gulaali Fili.

  3. BarruuUfmaa saagu barbaadu filadhu, sana booda Saagi cuqaasi.

Galfata BarruuUfmaaf qaxxaamura barreessu nidandessa, booda F3 cuqaasi, yookan Kabala Barruu Ufmaa sajoo irratti Sagii>, xiyya ittiaanutti cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

Hatataaman LibreOffice foormulaa herrega galchuuf, fn barreessitee booda F3 cuqaasi. Yoo foormulaa tokko chala saagde, foormulaan tartiiban lakkaawwaa. barruu akkessa saaguuf, dt barreessitee booda F3 cuqaasi


Tarree Galfata BarruuUfmaa Maxxansuuf

  1. Meeshaalee - Maakroota - Maakroota Qindeessi - LibreOffice Basic Fili.

  2. In the Macro from tree control, select LibreOffice Macros - Gimmicks - AutoText.

  3. Select "Main" in the Existing macros in: AutoText list and then click Run. A list of the current AutoText entries is generated in a separate text document.

  4. Faayilii - Maxxansii

BarruuUfmaa irra Ijaarsi Cimdaa fayyadamuun

Cimdaa irratti galeeloo garagaratti BarruuUfmaa Olkaa'u nidandessa

Fakkeenyaaf, galfata Barrruu Ufmaa "Dubbisuu-qofa" taa'an cimdaa wiitta'aa Kuubbaaniyaaf, BarruuUfmaa galeeloo qe'ee hiika fayyadamaa Olkaa'u nidandessa.

Xurreelee galeeloo BarruuUfmaa yeeroo qindaa'ina gulaalaamu nidandda

Bakka kanatti galeeloo lamattu tarreefame.Galfata tokkoffaa ijaarsa cimdaa irratti, galfata lammaffaa galeeloo fayyadamaa irratti. Yoo galfata BarruuUfmaa lama maqaa walfakiin galeeloo lamaanu'u kessatti jirattani, galfatan galeeloo fayyadamaa fayyadaman