OfDhangi'aa fi OfiinSirreessaa Dhaamsuu

Durtiidhaan, LibreOfficen ofumaan dogongoroota qubeessuu beekamoo hedduu sirreesseetu, yemuu barreessuu, dhangeessaa hojii irra oolcha.

Tarree OfiinSirreessaa irra jecha haqu dhaaf

  1. Meeshaalee - Dirqalee OfiinSirreessaa filadhu.

  2. Caancala BakkaBuusi cuqaasi.

  3. Tarree OfiinSirreessaa keessaa, cimdi jechaa warra haqu barbaadduu fili.

  4. Haqi cuqaasi.

Bakkabuuinssa mallattoo waraabbii Dhaabuuf

  1. Meeshaalee - Dirqalee OfiinSirreessaa filadhu.

  2. Caancala Dirqaleewwan cuqaasi.

  3. Saanduqa filannoo(oota) "Baakkabuusi" haqi.

Himtii irratti qubee jalqabaa qubguddaaleessaa dhaabuuf:

  1. Meeshaalee – Dirqaalawwan OfSirreessaa fili.

  2. Caancala Dirqaleewwan cuqaasi.

  3. Saanduqa filannoo kan “Hima hundaaf qubee isa jalqabaa qubgudddeessi mirkaneessi.

Yeroo arfiilee sadee walfakkaataan barreessiitu, sarara fakkasaa dhaabuudhaaf:

LibreOffice ofumaan, yammuu arfiilee armaan gadii sadi barreessiitte, galchii gad-dhiibdu, sarara fakkasa: - _ = * ~ #

  1. Meeshaalee - Dirqalee OfiinSirreessaa filadhu.

  2. Caancala Dirqaleewwan cuqaasi.

  3. Clear the "Apply border" check box.

BarruuUfmaa Fayyadamuu

Barruu keessatti Sararoota Fakkasuu

Lakkoofsa Beekkamaa gabatee keessaa Banuun ykn dhaamsuun jijjiruu