Qixa Qaree Banaa/Dhamaa

Activates or deactivates the direct cursor. You can specify the behavior of the direct cursor by choosing - LibreOffice Writer - Formatting Aids.

Ajaja kana bira gahuuf...

D'oh! You found a bug (text/swriter/00/00000402.xhp#direct_cursor not found).

On Tools bar, click

Sajoo

Toggle Direct Cursor Mode


Qixii qarichaa, ati iddaa duwwaa fuulaa keessatti, barruu, calaqeewwan, gabateewwan, goodayyaawwan, wantawwan kabiroo akka keessuu sihayyama.

Yoo qaree gidduu haandara bitaa fi mirga fuulaa ykn man'ee gabatee keesse, barruun ati gachitu ni wiirteffama. Haaluma walfakkaatuun, yoo qaree gara handaara mirgaa keesse barruun mirga hiriirfama.

Sajoo Ofegannoo

Meeshaan OfiinSirreessaa ofumaan keewwatawwan, caancalawwan, fi iddoowwan duwwaa warra qixa qareetiin saagaman haqa. Yoo qixa qaree fayyadamuu barbaaddee, meeshaa OfiinSirreessaa dhaamsi.


Qixii qaree caancalawwan qubannoo qarichaa qindeessa. Yoo qubee caancalawwanii jijjiirte, qubannoon barruu fuulicha irraa akkasuuma jijjiiramuu dandaa'a.