Lakkoofsa Fuulee

Inserts the current page number as a field at the cursor position. The default setting is for it to use the Page Number character style.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dirreewwan - Lakkoofsa Fuulee filadhu


Dhangii addaa tokko qindeessuu ykn lakkoofsa fuulaa haaromsuu yoo barbaaddee, dirree tokko Saagi - Dirreewwan - Kabiroo waliin saagi, akkasuumas ijaarsa barbaaddee qaaqa Dirreewwanii keessatti tolchi. Akkasuumas dirree saagame tokko Lakkoofsawwan Fuulaa ajaja Gulaali - Dirreewwan waliin gulaaluu nidandeessa. Lakkoofsawwan fuulaa jijjiiruuf, qajeelcha Lakkoofsawwan Fuulaa dubbisi.