Ida'a

Faankishinii ida'aa kakaasa. Qareen man'ee, bakka ida'aan akka mul'atu barbaaddu keessa ooluu akka qabu beeku qabda.

LibreOfficeHamma man'een lakkoofsawwaniin guutameetti, hangii man'ee faankishinii ida'aatiitti beeka. Deetaa osoo hingalchiin duraandursee, bafata halqara kan gabatee keessatti Beekama Lakkoofsa kakaasuu qabda.

Foormulaa ida'aa akka sarara galfata keessaa mul'atanitti fudhaachuuf, Fayyadami cuqaasi.

Sajoo

Ida'a