Lakkaawwii Banii/Dhaamiisi

Keewwatawwan filataman irra lakkaawwii ida'a yk haqa. Dhangii lakkaawwii qindeessuuf, Dhangeesi - Raasaasaawwan fi Lakkaawwii filadhu. Kabala Raasaasaawwan fi Lakkaawwii mul'isuuf, Mul'isi - Kamshaawwan - Raasaasaawwan fi Lakkaawwii

Sajoo Yaaddannoo

Dirqalawwan raasaasaawwan fi lakkaawwii tokko tokko, yammuu Teessumaa Saphaphuu keessatti hojeetu, hinjiraatan.


Sajoo

Lakkaawwiin Banaa/Dhaamaa

Rasaasaaf Lakkaawwii