Haalata Filannoo

Haalata filannoo: Haalata filannoo baratamoo, ykn garee haalata filannoo baafata xiqqaa irra fili.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gulaali - Haalataa Filannoo filadhuGulaali - Haalataa Filannoo filadhu


Haalata filannoo baratamoo keessatti, xumuraa sarara dabalaatee barruu sarara hedduu filu dandeesa.

Garee haalata filannoo keessatti, garee rektaangularrii barruu filu nidandeessa.