Garee Teessoo Filadhu

Select, edit, or delete an address block layout for mail merge.

Select your preferred address block

Teessoo makiinsa ergannoof garee tarree keessa fili, kana boodaTolecuqaasi.

Biyyaa/godinaa yoomi'uu hindabaliin

Garee teessoo irraa odeeffannoo biyyaa yk godinaa qooda.

Biyyaa/godinaa yeroo huunduumaa dabali

Garee teessoo keessattti odeeffannoo biyyaa yk godinaa itti dabalaa.

Biyyaa yk godinaa qoofa dabalii yoo hin tanee:

Yoo gatiin sanduuqaa barruu irraa irra adda tahe odeeffannoo biyyaa yk godinaa qoofa itti dabalaa.

Diraa biyyaa/godinaa issa hin maxxanee galchi.

Haaraa

Iddoo qaaqa teessumaa garee teessoo haaraa itti qindeessu dandeessu New Address Block bana.

Gulaali

Opens the Edit Address Block dialog where you can edit the selected address block layout.

Haqi

Teessuma garee teessoo filataamee haqa.