Dhaamsa Dhaamsa-E

Type the message and the salutation for files that you send as e-mail attachments.

Ergaan-e kun yooyoo of keessaa qabaachuu qaba

Yooyoo gara ergaa-e tti ida'a.

Yooyoo dhuunfaa saagi

Yooyoo dhuunfaa ida'a. yooyoo dhuunfaa akka durtiitti fayyadaamuuf, saanduqa filannoo kana haqi.

Dubartii

Fudhataa dhiiratiif yayyoo kan ofii keetii filadhu.

Haaraa

Qaaqa fudhataa dhaltuutiifYooyoo Maamiloo bana.

Dhiira

Fudhataa dhiiratiif yayyoo kan ofii keetii filadhu.

Haaraa

Qaaqa fudhataa dhiiratiifYooyoo Maamiloo bana.

Maqaa dirree

Maqaa dirree kan teessoo dirree kuusa deeta odeeffannoo saala of keessa qabuu filadhu.

Gatii dirree

Gatii dirree isa saala fudhataa agarsiisuu filadhu.

Yooyoo waliigalaa

Yooyoo dhuunfaa yoo hinuumaamne; nagaa durargii fayyadamuuf filadhu.

Iddoo kanatti dhaamsa kee barreessi

Barruu barbaachiisa ergaa-e saagi.