Yooyoo Maamiloo

Galmeemakiinsa ergannoo yk makiinsa ergaa-ekanaaf teessumaa yooyoo ifteessi.Maqaan qaaqaan fudhataa dhaltuuf dhiiraa addaan.

Miseensa Yooyoo

Dirree filadhutii kan booda, dirree tarree kanbiraatti harkisi.

>

Dirree filataamee tarree miseensa yooyoo irraa gara tarree birraatti ida'a.Dirree altokkoo ol ida'uu nidandeessa.

<

Dirree filataamee tarree kabirroo irraa haqa.

Miseensa yooyoo gara sanduuqa jala keessatti harkisi

Harkisii kaa'I yk qabduu xiyyaa fayyadamuun dirree qindeessi.

Yooyoo maamileesi

Tarree yooyoof dirree mallattoo ittisoo irraa gatii filadhu.

Durargii

Durargii kuusaa jalqabaa kuusaa deeta teessumaa yooyoo ammee waliin agarsiisa.

(Qabduu Xiyyaa)

Tarree keessa maalima fili kana booda maalima siqsuf qabduu xiyya cuqaasi.