Mail Merge Wizard - Create salutation
Specify the properties for the salutation. If the mail merge database contains gender information, you can specify different salutations based on the gender of the recipient.
Ergaan-e kun yooyoo of keessaa qabaachuu qaba
Yooyoo ida'a.
Yooyoo dhuunfaa saagi
Yooyoo dhuunfaa ida'a. Yooyoo durtii fayyadaamuuf, saanduqa filannoo kana haqi.
Dubartii
Fudhataa dhiiratiif yayyoo kan ofii keetii filadhu.
Haaraa
Qaaqa fudhataa dhiiratiifYooyoo Maamiloo bana.
Dhiira
Fudhataa dhiiratiif yayyoo kan ofii keetii filadhu.
Haaraa
Qaaqa fudhataa dhiiratiifYooyoo Maamiloo bana.
Maqaa dirree
Maqaa dirree kan teessoo dirree kuusa deeta odeeffannoo saala of keessa qabuu filadhu.
Gatii dirree
Gatii dirree isa saala fudhataa agarsiisuu filadhu.
Yooyoo waliigalaa
Yooyoo durtii isa yammuu yooyoo dhuunfaa hinifteessiin hafe fayyadamtu filadhu.
Durargii
Durargii yooyoo agarsiisa.
Dirreewwan Firomsi
Qaaqa Dirreewwan Firoomsi bana.
(Qabduuwwan sakkatta'i)
Duraargii odeeffannoo isa duraanii yk kaassaa deetaa itti aanuu banuuf qabduu sakkatta'ii fayyadami.
Next step: Mail Merge Wizard - Adjust layout
Alternatively you can press the Finish button and use the Mail Merge Toolbar to finish the mail merge process.