Wanta

Amalawwan kan wanta filatame gulaaluuf,qabeentoota bafata xixiqqaa tokko bana.

Hammamtaa fi Qubannoo

Wanta filatame hagamtaa jijjiira, sochoosa, marsaa ykn duufessa.

Sarara

Sarara filatameef dirqaalalee dhangeessuu qindeessa.

Bal'ina

Amaloota guutuu fakkaasaa wanta filatamee qindeessa.

Amaloowwan Barruu

Barruudhaaf, fakkasa filatame ykn wanta barruu keessa, teessuma fi amaloowwan korkoddii qinddeessa.

Fontwork

Galteewwan Hojbocquu wanta filatamee, qaaqa isa Hojbocquu duraanii waliin uumaame gulaala.