Lakkaawwii Toorii

Galmee ammaa keessatti, lakkoofsoota sarara dhangeessa, akkasuumas ida'a yk haqa. keewwata tokko lakkaawwii sarara irraa qoqqobuuf, keewwaticha keessa cuqaasiitii, Dhangi'i - Keewwata filadhu, caancala Lakkaawwii cuqaasi, kana booda saanduqa filannoo Keewwata kana lakkaawwii sarara keessatti dabali qulqulleessi. Akkaataa keewwata tokko lakkaawwii sarara irraa qoqqobuu nidandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Lakkoofsa sararaa dhangii HTML keessatti hinargamu.


Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Line Numbering (not for HTML format)


Lakkaawwii mul'isi

Adds line numbers to the current document.

Mul'annoo

Amalawwan lakkaawwii sararaa qindeessi.

Akkaataa Arfii

Select the formatting style that you want to use for the line numbers.

Dhangeesi

Select the numbering style that you want to use.

Qubannoo

Select where you want the line numbers to appear.

Addaan Fageegna

Enter the amount of space that you want to leave between the line numbers and the text.

Inteegraa

Enter the counting interval for the line numbers.

Gargareessaa

Yoo orofaan lakkaa'uu tokko ol tahe, lakkoofsoota sarara gidduutti agarisisuuf, arfii foo'aa galchuu nidandeessa.

Barruu

Enter the text that you want to use as a separator.

kamuu

Enter the number of lines to leave between the separators.

Sajoo Yaaddannoo

Foo'aawwannii, sararoota isa hin lakkoofsifamne keessatti qofa agarsiisama.


Lakkaa'i

Keewwatawwan duwwaa yk sararoota goodayyaawwan barruu keessaa, kamiin akka lakkii fuulaatti dabaltu ifteessi.

Sararawwan duwwaa

Includes empty paragraphs in the line count.

Sararoota goodayyaawwan barruu keessaa

Barruutti lakkoofsawwan sarara goodayyaawwan barruu keessaatti ida'a. Lakkaawwiin, tokkoon tokkoon goodayyaa barruu keessaatti lamkaa'a. Lakkaawumsa sarara, bal'ina barruu guddaa keessaa kan galmichaa irraa qoqqobamaadha. goodayyaawwan koronyate keessatti, lakkaawwiin lamu hinka'u.

Fuula haaraa mara lamkaasi

Restarts line numbering at the top of each page in the document.

Sarara lakkoofsota dabaluu