Kasaaf Gabatee mara

Galmee ammaa keessatti kasaawwan fi qabeentaa mara haroomsa. Ajaja kana fayyadamuu kee dura, qaree kasaa yk gabatee keessa kaa'uun sirraa hineegamu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Meeshaalee - Haaromsi - Hunda Haaromsi filadhu