Ibsadabalataa

Dhangeessa ibsadabalataawwanii ifteessa. Dirqalaawwan jiran, akaaku lakkaawwii ibsadabalataa fi akkaataa fayyadama isaanii, tahu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Meeshaalee - Miiljaleewwan - Miiljaleewwan filadhu


LakkawwiiOfiinii

Select the numbering style that you want to use for footnotes or endnotes.

Filannoo

Ibsa

A, B, C

Qubee guguuddaa

a, b, c

QubeeXixiqqaa

I, II, III

Lakkoofsawwan Roomaa (xixiqqaa)

i, ii, iii

Lakkoofsawwan Roomaa (xixiqqaa)

1, 2, 3

Lakkoofsawwan Arabaa

A,... AA,... AAA,...

Lakkaawwii, haala, aabaatiin qubee xixiqqaa waliin qindeessuu. Galfata 26 warra jalqabaa booda, lakkaawwichi "aa" irratti deebi'ee eegala

a,... aa,... aaa,...

Lakkaawwii, haala, aabaatiin qubee xixiqqaa waliin qindeessuu. Galfata 26 warra jalqabaa booda, lakkaawwichi "aa" irratti deebi'ee eegala


Irraa eegali

Lakkoofsa ibsadabalata jalqabaa galmicha keessatti galchi. Kun faayida qabeessa kan tahu, yoo lakkaawwii ibsadabalata sanaa akka galmee tokkoo ol walitti guduunfu barbaade dha.

Dura

Barruu isa, lakkoofsa ibsadabalataa fulduratti mul'isuu barbaaddu, barruu yaadannoo keessatti galchi. Fakkeenyaaf, "dabal: 1" mul'isuuf, "dabal: " barreessi.

Booda

Barruu isa, lakkoofsa ibsadabalataa boodatti mul'isuu barbaaddu, barruu yaadannoo keessatti galchi. Fakkeenyaaf, "1)" mul'isuuf, ")", barreessi.

Akkaataawwan

Ibsadabalataawwan galmee kee keessaatiif, mul'annoo wal fakkaataa mirkaneefachuuf jecha, akkaataa keewwataa tokko miiljaleewwan sanaaf ramadi.

Keewwata

Select the paragraph style for the endnote text.

Fuula

Select the page style that you want to use for endnotes.

Akkaataawwan Arfii

Korkoddiiwwan ibsadabalataa fi barruutti, akkaataawwan ramaduu ni dandeessa. Akaataawwan ibsadabalataa durmurtaawaa, yk akkaataa addabiraa fayyadamuu nidandeessa.

Naannoo barruu

Select the character style that you want to use for endnote anchors in the text area of your document.

Naannoo Ibsa Dabalataa

Select the character style that you want to use for the endnote numbers in the endnote area.