Miiljalee

Specifies the formatting for footnotes and endnotes.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Meeshaalee - Jalaantoota - Jalaantoota jedhu filadhu


Sajoo Yaaddannoo

Dirqala dabalataa miiljalee fi ibsadabalataa qindeessuudhaaf, Dhangi'i - Fuula filadhu, kana booda caancala Miiljalee cuqaasi.


LakkawwiiOfiinii

Lakkaawwii

Select the numbering style that you want to use for footnotes or endnotes.

Filannoo

Ibsa

A, B, C

Qubee guguuddaa

a, b, c

QubeeXixiqqaa

I, II, III

Lakkoofsawwan Roomaa (xixiqqaa)

i, ii, iii

Lakkoofsawwan Roomaa (xixiqqaa)

1, 2, 3

Lakkoofsawwan Arabaa

A,... AA,... AAA,...

Lakkaawwii, haala, aabaatiin qubee xixiqqaa waliin qindeessuu. Galfata 26 warra jalqabaa booda, lakkaawwichi "aa" irratti deebi'ee eegala

a,... aa,... aaa,...

Lakkaawwii, haala, aabaatiin qubee xixiqqaa waliin qindeessuu. Galfata 26 warra jalqabaa booda, lakkaawwichi "aa" irratti deebi'ee eegala


Lakkaawu

Select the numbering option for the footnotes.

Dirqala

Hika

Mata mataa Fuulaa

Lakkaawwii miiljaleewwanii gubee tokkoon tokkoon fuulaa irratti deebi'ee eegalaa. Dirqalaan kun kan jiraatu, yoo sanduqni filannoo Xumura fuulaa sun, bakka Qubannoo keessatti filatame qofa taha.

Mata mataa boqonnaa

Lakkaawwii miiljaleewwanii gubee tokkoon tokkoon boqonnaa irratti deebi'ee eegalaa.

Mata mataa galmee

Miiljaleewwan galmee keessatti tartiibaan lakkaawwessa.


Irraa eegali

Lakkoofsa miiljalee jalqabaa isa galmee keessaa galchi. Dirqalaan kun kan jiraatu, yoo sanduqa Lakkaawuu keessatti, "Baaqqee galmeetiin" filatame qofa taha.

Dura

Barruu isa, fuuldura lakkofsa miiljalee isa galmee keessaatti, mul'isuu barbaaddu saagi. Fakkeenyaaf, "Gara 1" mul'isuuf, "Gara" barreessi.

Booda

Barruu isa booda lakkofsa miiljalee isa galmee keessaatti mul'isuu barbaaddu saagi. Fakkeenyaaf, "1)" mul'isuuf, ")" barreessi.

Sajoo Qaxxee

Footnote numbers are left aligned by default in the footnote area. For right aligned footnote numbers first edit the paragraph style Footnote. Press F11 to open Styles dialog and select Footnote from the list of paragraph styles. Open the local menu with right click and choose Modify. Go to the Indents & Spacing tab page and set indent to 0 before and after the paragraph, including the first line. On Tabs tab page create a tab of right type at 12pt and a tab of left type at 14pt. Then in Footnotes/Endnotes Settings dialog enter \t into the Before and After edit boxes.


Qubannoo

Xumura fuulaa

Displays footnotes at the bottom of the page.

Xumura galmee

Displays footnotes at the end of the document as endnotes.

Akkaataawwan

Miiljaleewwan galmee kee keessaatiif, mul'annoo wal fakkaataa mirkaneefachuuf jecha, akkaataa keewwataa tokko miiljaleewwan sanaaf ramadi.

Keewwata

Select the paragraph style for the footnote text.

Fuula

Select the page style that you want to use for footnotes.

Sajoo Yaaddannoo

Dirqalaan kun kan jiraatu, yoo bakka Qubanoo keessatti, sanduuqni filannoo Xumura Galmee filatame qofa taha.


Akkaataawwan Arfii

Korkoddiiwwan miiljaleetiif barruutti akkaataa ramaduu ni dandeessa. Akaataawwan miiljalee durmurtaawaa, yk akkaataa addabiraa fayyadamuu nidandeessa.

Naannoo barruu

Select the character style that you want to use for footnote anchors in the text area of your document.

Bakka miiljalee

Select the character style that you want to use for the footnote numbers in the footnote area.

Hubachiisa fufiinsaa

Xumura miiljalee

Barruu isa, yeroo miiljaleewwan fuula ittaanaa irratti fufan, fakkeenyaaf "Fuula irratti fufe", mul'isuu barbaaddu galchi. Barreessaan LibreOffice, lakkoofsa fuula isa itti aanu ofumaan saaga.

Eegala fuula ittaanaa

Barruu isa, fuula isa miiljaleewwan irratti fufan , fakkeenyaaf "Fuula irraa fufe", mul'isuu barbaaddu galchi. Barreessaan LibreOffice, lakkoofsa fuula isa duraa ofumaan saaga.