Lakkaawwii

Dhangii lakkoofsa fi sadarkaa, lakkaawwii boqannaaf galmee ammaa keessatti ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Chapter Numbering - Numbering tab


Sadarkaa

Click the chapter and outline level that you want to modify, and then specify the numbering options for the level. To apply the numbering options, except for the paragraph style, to all of the levels, click "1-10".

Lakkaawwii

Sadarkaa toorii filatameef, dhangeessuu ifteessi.

Akkaataa Keewwataa

Select the paragraph style that you want to assign to the selected chapter and outline level. If you click "None", the selected outline level is not defined.

Lakkoofsa

Akkaataa lakkaawwii isa sadarkaa toorii filatametti fayyadamuudhaaf barbaaddu fili.

Filannoo

Ibsa

A, B, C, ...

Qubee guguddaa

a, b, c, ...

Qubee xixiqqaa

I, II, III, ...

Lakkoofsawwan Roomaa (guguuddaa)

i, ii, iii, ...

Lakkoofsawwan Roomaa (xixiqqaa)

1, 2, 3, ...

Lakkoofsawwan Arabaa

A,... AA,... AAA,...

Lakkaawwii abaacaa qubee gurguddaaa walfakataa wajjin,Essaa lakkoofsii qubee sadarkaa boqonaa agarsissuu.fakkeenyaaf, lakkoofsi lamafaa sadarka sadafaa irraa jirru"BBB".

a,... aa,... aaa,...

Lakkaawwii abaacaa qubee xixiqqaa walfakataa wajjin,Essaa lakkoofsii qubee sadarkaa boqonaa agarsissuu.fakkeenyaaf, lakkoofsi sadafaa sadarka lamaffaraa irraa jirru"cc".

Homaa

Mallattoon lakkaawwii hinjiru. Arfii yk mallattoo dirreewwan Foo'aa keessaa, jalqaba sarara lakkoofsifame irratti mul'ata.


Akkaataa Arfii

Dhangii arfii lakkaawwii fili.

Sadarkaalee xixiqqoo agarsiisi

Lakkoofsa sadarkaawwan toorii isa lakkaawwii boqonnaa keessatti dabaltu fili. Fakkeenyaaf, sadarkaawwan sadii kan lakkaawwii boqonnaa agarsiissuudhaaf, "3" fili: 1.1.1

Dura Gargareessaa

Barruu isa, lakkoofsa boqonnaa fulduratti mul'isuu barbaaddu, barruu yaadannoo keessatti galchi. Fakkeenyaaf, "Boqonnaa: 1" mul'isuuf, "Boqonnaa: " barreessi.

Booda Gargareessaa

Barruu isa booda lakkofsa boqonnaa galchi. Fakkeenyaaf, "1." mul'isuuf, (.) barreessi.

Irraa eegali

Lakkoofsa isa akka lakkaawwii boqonnaatti lamkaasuu barbaaddu galchi.