Fayyadami

Faayilicha, akkaataa dirqalaawwan Meeshaalee - OfiinSirreessaa Dirqalaalee jalatti qindeessitetti ofumaan dhangeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - AutoCorrect - Apply


OfDhangi'aa fi OfiinSirreessaa Dhaamsuu

Yammuu dhangeessaa ofumaa fayyadamtuu, seeroota kanaan gadiitu fayada:

Gabateewwaniif OfiinSirreessaa

Keewwata tokko akka mataduree tokkootti dhangeessa, yoo haalii kanaan gadii yoo mikaa'e:

  1. Keewwatii qubee guguddaan eegala

  2. Keewwatii mallattoo buufattoon hinxumuramu

  3. Keewwata duwwaa irra fi jala keewwatichatti

Rasaasa / Lakkaawwii dhaaf OfiinSirreessaa

Tarree raasaaseefame tokko uumuudhaaf, jalqaba keewwatatti iddoo tokkoon yk caancala walitti aananii, murfi (-) tokko, urjii (*), yk mallattoo idaatii (+) barreessii.

Tarree lakkoofsifame tokko uumuudhaaf, jalqaba keewwatatti iddoo tokkoon yk caancala walitti aananii, lakkoofsa tokko isa tuqaa duraan dhufu barreessi.

Sajoo Yaaddannoo

Lakkaawwiin ofumaa, akkaata keewwataa Durtii, Qaama barruu yk Galumsa qaama barruun, keewwatoota dhangeefaman qofaaf fayyada.


Sararawwan foo'aatiif, OfiinSirreessaa

Sarara irratti murfiwwan (---), murgadii (___) yk mallattoo qixxee (===) sadii yk sadii ol tahu yoo barreessiite galchii dhiibde, keewwatichi sarara surdalaa hamma guutuu fuulichaatiin bakka buu'a. Sararichi dhuguuman handaara jalaa kan keewwata duuraniiti. Seera kanaan gadii fayyadami:

  1. Murfiwwanii sadii (-) sarara baaqqee horata (0.05 yabbina qabxxii, addaan fageenya 0.75 mm).

  2. Murgadii sadii (_) sarara baaqqee horata (0.05 yabbina qabxxii, addaan fageenya 0.75 mm).

  3. Mallattoo qixxee sadii (=) sarara baaqqee horata (0.05 yabbina qabxxii, addaan fageenya 0.75 mm).