Gabateewwaniif OfDhangi'aa

Automatically applies formats to the current table, including fonts, shading, and borders.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gabatee - OfDhangi'aa (qaree gabatee keessatti)filadhu


Gabatee tokkotti OfDhangi'aa fayyadamuu

  1. Maadhee gabatee tokko cuqaasi, yk maadheewwan warra dhangeessuudhaaf barbaaddu, fili.

  2. Gabatee - OfDhangi'aa filadhuutii, kana booda dhangii isa fayyadamuudhaaf barbaaddu cuqaasi.

  3. Tolecuqaasi.

Dhangeesi

Gabateewwaniif, Akkaataawwan dhangeessuu jiran tarreessa. Dhangii isa fayyadamuudhaaf barbaaddu irra cuqaasi, kana booda TOLE cuqaasi.

Ida'i

Adds a new table style to the list.

  1. Gabaticha galmee kee keessaa dhangeesi.

  2. Gabatee filadhuutii, kana booda, Gabatee - OfDhangi'aafiladhu.

  3. Ida'icuqaasi.

  4. In the Add AutoFormat dialog, enter a name, and then click OK.

Haqi

Deletes the selected table style. You cannot delete the "Default Style" table style.

Dhangeessuu

Amaloowwan dhangeessuu isa akaakuu gabatee filatametti dabaltu fili.

Dhangii Lakkoofsaa

Includes numbering formats in the selected table style.

Bocquu

Includes font formatting in the selected table style.

Hiriira

Includes alignment settings in the selected table style.

Handaara

Includes border styles in the selected table style.

Sarxaa

Includes background styles in the selected table style.

Maqaa jijjiiri

Changes the name of the selected table style. You cannot rename the "Default Style" table style.