Ugga'a Barreessuu

Galmee ugga'a barreessitu, ofumaan dhangeessa. Filannoo dhangeessuu qindeessuu dhaaf, caancala Meeshaalee - OfiinSirreessaa Dirqalaalee filadhuutii, kana booda, Dirqalaalee irra cuqaasi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - AutoCorrect - While Typing


OfiinSirreessaa, arfiiwwan warra hujeekaan dhangeessiteef malee, galmeewwan barruu fi faayiliiwwan barruu ASCII leexaa dhangeessuuf fayyadamuu nidandeessa. Galmee keessatti ofumaan guutummaa jecha jecha tokko si'a lammata erga barreessiite booda qofa argama.

Sajoo Qaxxee

Gocha OfiinSirreessaa isa dhumaa gara-galchuudhaaf, Gulaalii - Gaabbifiladhu.


Seeroota OfiinSirreessaa ka birroo