OfiinSirreessaa

Faayilicha akka filannoo ati Meeshaalee - OfiinSirreessaaDirqalaaleejalatti qindeessite ofumaan dhangeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - AutoCorrect


Ugga'a Barreessuu

Galmee ugga'a barreessitu, ofumaan dhangeessa. Filannoo dhangeessuu qindeessuu dhaaf, caancala Meeshaalee - OfiinSirreessaa Dirqalaalee filadhuutii, kana booda, Dirqalaalee irra cuqaasi.

Fayyadami

Faayilicha, akkaataa dirqalaawwan Meeshaalee - OfiinSirreessaa Dirqalaalee jalatti qindeessitetti ofumaan dhangeessa.

Fayyadamiif Jijjiirraa Gulaalii

Faayilii akkaataa dirqalawwan isa ati Meeshaalee - OfiinSirreessaa Dirqalaalee jalatti qindeessiteen, ofumaan dhangeessa. Qaaqa tokko keessatti, jijjiirama fudhachuu fi gatuu kee nigafatamta.

Dirqalaalee OfiinSirriissaa

Qaaqa OfiinSirreessaa bana.

Qaaqa Gabateewwaniif OfDhangi'aa banuuf, maadhee gabatee tokko keessaa cuqaasiitii, kana booda, Gabatee - OfDhangi'aafiladhu.