Akkaataa Lakkaawwii

Here you can create a Numbering Style. The Numbering Styles are organized in the Styles window.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose View - Styles - open context menu Modify/New (for List Styles)


Yammuu Akkaataan Lakkaawwii tokko uumamu, maqaan lakkaawwiitti ramadama. Kanaafituu, qajojiileen kana fakkaataan lakkaawwii "Moggaasa" kanaan waamamu. Lakkaawwiin hinmoggafamne, warri dhangeessuu sirriif fayyadan, kan qaaqa yk sajoowwan Rasasaa fi lakkaawwiikabala wanta keessatti uumamuu danda'a.

Gurmeessaa

Haalata filatameef dirqaalalee qindeessi.

Rasaasawwan

Haalatoota rasaasa garagaraa fayyadamuu dandeessu agarsiisa.

Sajoo Yaaddannoo

Rasaasaa fi Lakkaawwiin keeyyataa kan gargaaraman Barreessaan, Impireesii fi Fakkaasuu dhaani.


Lakkoofsiisuu

Haalatoota lakkoofsa kennuu adda addaa fayyadamuu danddessu agarsiisa.

Toorii

Haalatoota gara garaa tarree sadarkaa waatti fayyadamuu dandeessuu agarsisa. LibreOffice hanga sadarkaalee toorii sagaliitti sadarkaa tarree keessaa deeggara.

Saxaatoo

Saxaatoo adda addaa akka rasaasaatti tarree rasaasame keessatti fayyadamtu agarsiisa.

Qubannoo

Galumsa addaan fageenyaa fi dirqaalee hiriifamaa lakkoofsa ykn tarree rasaasa'eef qindeessa.

Dirqaalee

Dirqaalee dhangeessuu tarrewwan lakkoofsa ykn rasaasa'ee qindeessa yoo barbaadde, tokkoon tokkoo sadarkaalee tarree sadarkaa keessatti dhanga'ina fayyamuu ni dandeessa.

Haaromsi

Jijjiiramoota caancala ammeetiif ta'an gara warreen yeroo qaaqni kun banametti hojiirra olanitti haaroomsa. Gaafatni dhugoomsuu yeroo qaaqa cuftu hin mul'atu.