Akkaataa Arfii

Iddoo kanatti, haalata bocquu tokko uumuu nidandeessa

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose View - Styles - open context menu Modify/New (for Character Styles)


Gurmeessaa

Haalata filatameef dirqaalalee qindeessi.

Dhangeessuu fi bocquu fayyamuu barbaaddu ifteessi.

Galteewwan Bocquu

Specify the font effects that you want to use.

Duubbee

Halluu duubbee ykn saxatoo qindeessi.

Gargaarsa Afaan Eeshiyaa

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Specify the position, scaling, rotation, and spacing for characters.

Teessuma Eeshiyaa

Dirqaalawwa sarara dachaadhaaf afaanota Eeshiyaatiif barreessuu qindessa Arfiilee barruu kee keessaa fili,ittansuu dhaan ajaja kana fili.

Haaromsi

Jijjiiramoota caancala ammeetiif ta'an gara warreen yeroo qaaqni kun banametti hojiirra olanitti haaroomsa. Gaafatni dhugoomsuu yeroo qaaqa cuftu hin mul'atu.

Waaltina

Gatiiwwan mul'atoo qaaqa keessaa gara gatiiwwan ijaarsa durtiitti deebisee haaromsa.

Sajoo Ofegannoo

Osoo durtiiwwan irra deebi'anii hin naqamiin dhugoomsi hin mul'atu.