Haalataawwan Barreessuu
The following information concerns Writer styles that you can apply using the Styles deck of the Sidebar.
If you want, you can edit the styles of the current document, and then save the document as a template. To save the document as template, choose File - Templates - Save as Template.
Garsuu Akkaataa
These are the different categories of formatting styles.
Maqaa |
Ibsa |
Akkaataawwan Arfii |
Arfiiwwan baaqee dhangeessuuf, Akkaataa Arfii ykn guutuummaa jechootaa fi murnadubbii fayyadami. Yoo barbaaddee, Akkaataawwan Arfii wal-keessa naquu nidandeessa. |
Akkaataawwan Keewwataa |
Keewwatoota akaakuu bocquu fi hammamtaa dabaalate dhangeessuuf, Akkaataawwan Keewwataa fayyadami. Akkasuumas akkaataa keewwataa, keewwata itti aananiif fayyadamuu nidandeessa. |
Akkaataa Goodayyaa |
Barruu fi goodayyaawwan saxaatoo dhangeessuudhaaf, Akkaataawwan Goodayyaa fayyadami. |
Akkaataawwan fuulaa |
Caasaa galmee, akkasuumas lakkoofsawwan fuulaa ida'uu qindeessuudhaaf, Akkaataawwan Fuulaa fayyadami. Akkasuumas Fuula jalqabaa isa xumuura fuulaa boodatti ittaanan irratti fayyadamuuf, akkaataa fuulaa ifteessuu nidandeessa. |
Akkaataawwan Tarree |
Tarreewwan lakkoofsifamaa yk rasaaseefamaa dhangeessuuf, Akkaataawwan Lakkaawwii fayyadami. |
Gareewwan Haalata
These are the style groups that you can display in the Styles window.
Maqaa |
Hika |
Ofumaa |
Halqara ammaatti akkaataalee isa qajeelaa agarsiissa. |
Akkaataawwan Mara |
Akaakuu akkaataa ka'aa dhaaf, akkaataalee mara agarsiissa. |
Akkaataawwan Fayyadamaa |
Galmee ammaa keessatti fayyadamaa akkaataalee (kan Akaakuu filatamee) agarsiissa. |
Haalata Mammiloo |
Akaakuu akkaataa filatamee keessatti akkaataalee hiika fayyadamaa agarsiissa. |
Akkaataawwan Arfii |
Barruuf Akkaataawwan dhangeessuu agarsiissa. |
Akkaataawwan Arfii |
Matadureef akkaataalee dhangeessuu agarsiissa. |
Akkaataawwan Tarree |
Tarreewwan lakkoofsifamaa yk rasaaseefamaadhaaf, akkaataalee dhangeessaa agarsiissa. |
Akkaataawwan Kasaa |
Kasaaleef akkaataalee dhangeessuu agarsiissa. |
Akkaataawwan Naannoo Addayaa |
Akkaataawwan dhangeessuu; irraantoota, jalaantoota, ibsoota dabalataa, gabateewwan, akkasumas ibsadureewwanii agarsiissa. |
Akkaataawwan HTML |
Galmeewwan HTMLf tarree akkaataalee tokko agarsiissa. |
Akaataawwan Otoola |
Akkaataawwan otoola hiika fayyadamaa agarsiissa. |
sadarkaawa |
Tarree sadarkaawaa tokko keessaa akkaataalee akkaakuu filatame keessatti agarsiissa. sadarkaa xiqqaa tokko keessatti akkaataalee mul'isuuf, maqaa sadarkaa xiqqaatti isa aanee jiru mallattoo idaatii (+) irra cuqaasi. |