Bal'ina Guutolaa

Ofumaan bal'inawwan tarjaa qabeentoota maadheetti walsimsu mijeessa. Gabatee keessatti bal'ina tarjaa tokko jijjiiruun, bal'ina tarjaawwan kabiroo irratti dhiibee hinuumu. Bal'inii gabatee, bal'ina fuulaa chaaluu hindanda'u.

Jijjiiramii maadhee filatame qofa irratti dhiibee uuma. Yoo maadhee walduukkaa filattee, maadhee hedduu walitti aanan mijeessuu nidandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gabatee - OfTaasisaa - Yabbina Tarjaa Sireesaa filadhu

Kabala Guutola kamshaa Gabatee irraa bani,

Sajoo

Yabbina Tarjaa Sireesa