Hojjaa Guutolaa

Hojjaa torraa qabeentoota man'eewwanitti firoomsuudhaaf, ofumaan qindeessa. Kuniisi ijaarsa durtii kan gabateewwan haaraatti.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gabatee - OfTaasisaa - Hojjaa Tarree Guutolaa filadhu

Kabala Guutola kamshaa Gabatee irraa bani,

Sajoo

Hojjaa Tarree Guutolaa


Sajoo Yaaddannoo

Dirqalii kun kan jiraatu, yoo gabateen tarree tokko, hojjaa dhaabii tokko waliin qabaatte qofa.