Man'ee

Ajajii kun kan jirachuu danda'uu, yoo gabatee kee keessaa barruu tokko filatte, yk qareen man'ee gabatee tokko keessa oole qofa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gabatee keessa mirga cuqaasitii Man'ee filadhu


Maki

Qabeentaa mandhee gabatee filamee gara mandhee tokkootti walitti maka.

Irra

Qabeentaa mandhee gara gubbaa mandheetti hiriirsa.

Surdala Handhuura

Qabeentaa mandhee gara gubbaa mandheetti hiriirsa.

Jala

Qabeentaa mandhee gara jala mandheetti hiriirsa.

Eegii

Qabeentoota man'eewwan filatamanii, haaromuu irraa hayyisa.

Hinhayyisamne

Removes the cell protection for all selected cells in the current table.