Gabatee Cuqoo Fayyadamuun, Gabateewwan Gulaaluu
Gabatee cuqootiin, hagamtaa tarjaawwan gabatee, jijjiiruu fi haquu nidandeessa.
Tarreewwaani fi Tarjaawwan Haaromsa.
-
Tarjaa haaromsuuf man,ee gabatee keessa qaree godhii gadi dhiibuuni fi Alt,xiyya mirgaa ykn bitaa cuqaasi.Bal,ina gabatichaa osoo hin jijjiriin tarjaa haaromsuuf ,Command+OptionCtrl+Altgadi dhiibuun xiyyoolee mirgaa ykn bitaa dhiibi.
-
Keessoo gabatee bitaa guddisuutiif, OptionAlt+Shift gadi dhiibuun, isaa boodaa xiyyaa mirgaa dhiibi.
-
Hagamtaa tarree tokko jijjiiruuf, qaree tarree keessa kaa'i, OptionAlt dhiibitii, kana booda xiyyawwan olii yk gadee dhiibi.
-
Fuula irraa gabatee garagadiitti siqsuudhaaf, OptionAlt+Shift dhiibi, kana booda xiyya gadee dhiibi.
Tarjaawwan yk tarreewwan, saaguu fi haquu
-
Tarjaa tokko saaguuf, man'ee gabatee keessa qaree kaa'i, OptionAlt fi Insert walitti dhiibi, gaddhiisi, kana booda xiyyaa bitaa yk mirga dhiibi.
-
Tarjaa tokko haquuf, gabatee isa haquudhaaf barbaaddu keessa qaree kaa'i, OptionAlt fi Delete irraa duubaan dhiibi, gaddhiisi, kana booda bitaa yk mirga xiyyaa dhiibi.
-
Tarree tokko saaguuf, man'ee gabatee keessa qaree kaa'i, OptionAlt fi Insert gadi dhiibii, gaddhiisi, kana booda xiyya olii yk gadee dhiibi.
-
Tarree tokko haquuf, gabatee isa haquudhaaf barbaaddu keessa qaree kaa'i, OptionAlt fiDelete irraa dhiibi, gaddhiisi, kana booda xiyya olii yk gadee dhiibi.
To change the behavior of tables in a text document, choose LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Writer - Table.