Dirqalaawwan

Specifies properties for the selected object, graphic or frame.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Image - Options tab

Choose Format - Frame and Object - Properties - Options tab

Choose View - Styles - open context menu Modify/New - Options tab

Choose Insert - Frame - Frame - Options tab


Maqaa

Maqaa maalima filatamaa, akkasuumas geessituuwwan kanatti firooman ifteessa.

Maqaa

Maalimaa filatamaadhaaf maqaa galchi.

Sajoo Qaxxee

Akka ati galmeewwan dheeraa keessaa atattaammaan agarsiissuu dandeessusf, maqaa wanta, saxaatoo yk goodayyaa hiika qabu tokko ramada.


Barruu filmaataa (goodayyaawwan, saxaatoowwan, miseensota bololi'aa qofaaf)

Barruu isa iyya'aa saphaphuu keessatti yammuu maalimaan filatame hinjiraanne agarssifamuu galchi. barruun jijjiirraa akkasuuma namoota qaamii saanii guutuu hintaaneef gargaara.

Geessituu Duraani

Maalimaa (wanta, saxaatoo yk goodayyaa)isa maalima ammaa duratti, tartiiba koronyate keessaa dhufu tokko mul'isa. geessituu duraanii, ida'u yk jijjiiruudhaaf, tarree irraa maqaa tokko fili. Yoo goodayyaawwan koronya'uuti jiratee, goodayyaan ammaa fi goodayyaan galtee duwwaa tahuu qabu.

Geessituu Ittaanuu

Maalimaa (wanta, saxaatoo yk goodayyaa)isa maalima ammaa ittaanan, tartiiba koronyate keessaa dhufu tokko mul'isa. geessituu ittaanan, ida'u yk jijjiiruudhaaf, tarree irraa maqaa tokko fili. Yoo goodayyaawwan koronya'uuti jiratee, goodayyaan ammaa fi goodayyaan galtee duwwaa tahuu qabu.

Eegi

Dirqala hayyisaa maalima filatamaniif ifteessa.

Qabiiyyee eegi

Jijjiirraa qabeentoota maalima filatamanii ittisa.

Qabeentoota maalima filatamanii ammalee jalteessuu nidandeessa.

Qubannoo Hayyisi

Qubannoo maalimaa filatame, galmee ammaa keessaa cufa.

Hamamtaa Hayyisi

Hamamtaa maalimaa filatame cufa.

Amalawwan

Dirqalaawwan maxxansuu fi barruu maalimaa filatamaniif ifteessa.

Gulaalama galmee dubbisqofa keessaa (goodayyaawwan qofa)

Qabeentoota goodayyaa galmee keessaa isa dubbisqofa akka gulaaltu hayyama.

Maxxansi

Maalimaa filatamaa yammuu galmee maxxanstu itti dabala.

Yaa'insa barruu

Goodayyaa tokko keessaa qixa yaa'insa barruu durmurtaawaa ifteessa. Fuulaaf, ijaarsa durtii ya'insa barruu fayyadamuuf, tarree Ijaarsa wanta iddoochaaf siiri fayyadami irraa fili.

Content vertical alignment

Specifies the vertical alignment of the frame's content. Mainly it means text content, but it also affects tables and other objects anchored to the text area (anchored as character, to character or to paragraph), for example frames, graphics or drawings.

Qixa Barruu.