Marsi

Specify the way you want text to wrap around an object. You can also specify the spacing between the text and the object.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Image - Properties - Wrap tab

Choose Format - Frame and Object - Properties - Wrap tab

Choose Insert - Frame - Frame - Wrap tab

Choose Format - Wrap - Edit - Wrap tab


Sajoo Qaxxee

Naannoo gabatee tokkotti barruu dhangeessuudhaaf, gabaticha goodayyaa tokko keessa kaa'i, kana booda barricha naannoo goodayyiichaatti mari.


Qindaa'ina

Homaa

Places the object on a separate line in the document. The Text in the document appears above and below the object, but not on the sides of the object.

Icon

Homaa

Dura

Wraps text on the left side of the object if there is enough space.

Icon

Dura

Booda

Wraps text on the right side of the object if there is enough space.

Icon

Booda

Walmaddii

Wraps text on all four sides of the border frame of the object.

Icon

Walmaddii

Keessa

Places the object in front of the text.

Icon

Keessa

Mijuu

Automatically wraps text to the left, to the right, or on all four sides of the border frame of the object. If the distance between the object and the page margin is less than 2 cm, the text is not wrapped.

Icon

Mijuu

Dirqalawwan

Dirqalaawwan maraa barruu ifteessi.

Keewwata jalqabaa

Starts a new paragraph below the object after you press Enter. The space between the paragraphs is determined by the size of the object.

Duubbee Keessa

Moves the selected object to the background. This option is only available if you selected the Through wrap type.

Qonyoo

Wraps text around the shape of the object. This option is not available for the Through wrap type, or for frames. To change the contour of an object, select the object, and then choose Format - Wrap - Edit Contour.

Outside only

Barruu naannoo boca wantaa qofatti maraa, garu, bakkawwan banaa boca wantaa keessaatti hin maru. Dirqalii kun goodayyaadhaaf hinjiru.

Addaanfageenya

Wanta filatameefi barruucha gidduutti iddoo hamma dhiisuu barbaadduu ifteessi.

Bitaa

Qarree bitaa kan wantichaa fi barruchaa giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu galchi.

Mirgaa

Qarree mirgaa kan wantichaa fi barruchaa giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu galchi.

Irra

Qarree irraa, kan wantichaa fi barruchaa giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu galchi.

Jala

Qarree jalaa, kan wantichaa fi barruchaa giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu galchi.