Tarsaa Barruu

Tarsaa barruu tokko, akkaataa fuulaa ammaatti ida'a. dirqali kun kan jiraatuu, yoo afaanii Eeshiyaa Meeshaalee - Dirqalawwan - Qindaa'ina Afaanii - Afaanoota jalatti aangeefame qofa.

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata Dhangeessi - Fuula - caancal Tarsaa Barruu, yoo gargarssii afaan Eshi'aa ka'aa tahe


Tarsaa

Sararoota yk arfiiwwandhaaf, tarsaa barruu tokko akkaataa fuulaa ammaatti ida'a yk haqa.

Teessuma tarsaa

Sararawwan mata mataa fuulaaf

Lakkoofsa irrantaa sararawwanii isa fuula tokko irratti barbaaddu galchi.

Arfiiwwan mata mataa sararaaf

Lakkoofsa irrantaa arfiiwwan isa sarara tokko irratti barbaaddu galchi.

Hamamtaa barruu bu'uuraa irrantaa

Hamamtaa barruu bu'uuraa irrantaa galchi. Bu'aan gatii guddaa sarara mata mataa irratti arfiiwwan gadeessa.

Hamamtaa barruu Ruby irrantaa

Barruu Ruby tiif hagamtaa bocquu galchi.

Barruu bu'uuraa irraa barruu Ruby jala/bitaa

Barruu Ruby gara biraa yk jala barruu bu'uuraatti mul'isa.

Agarsiisaa tarsaa

Dirqalawwan maxxansuu fi halluu kan tarsaa barruu ifteessa.