Miiljaleewwan/Ibsadabalataa

Specifies where footnotes and endnotes are displayed as well as their numbering formats.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Saagi - Kutaa - Miiljaleewwan/Ibsadabalataa jedhu filadhu

Caancala Dhangeessi - Kutaalee - Dirqalawwan qabduu Miiljaleewwan/Ibsadabalataa jedhu filadhu


Miiljaleewwan

Dhuma barruutti waliitti qabi

Xumuura kutaatti miiljaleewwan ida'a. Yoo kutaan taakkuu fuula tokkoo ol tahe, miiljaleewwanii fuula jalatti bakka korkoddiin miiljalee mul'ate irratti ida'ama.

Lakkaawwii lamkaasi

Lakkoofsa isa ati ifteessiteetti lakkaawwii miiljalee lamkaasa.

Irraa eegali

Lakkoofsa isa miiljaleetti ramaduudhaaf barbaadduu galchi.

Dhangii mammiloo

Miiljaleewwaniif, dhangii lakkaawwii maamiloo tokko ifteessa. Sanduuqnii filannoo kun kan jiraatuu, yoo sanduuqii filannoo Lakkaawwii lamkaasi filatame qofa.

Dura

Barruu isa kallattii lakkoofsa miiljaleetti agarsiissuuf barbaadduu galchi.

Dhangii kan qabduu qaanxii

Akkaataa lakkaawwii miiljaleewwanii fili.

Booda

Barruu isa lakkoofsa miiljalee booda akka mul'atu barbaaddu galchi.

Ibsa Dabalataa

Dhuma kutaatti waliitti qabi

Dhuma kutaatti ibsadabalataa ida'a.

Lakkaawwii lamkaasi

Lakkoofsa isa ati ifteessiteetti, lakkaawwii ibsadabalataa lamkaasa.

Irraa eegali

Lakkoofsa isa ibsadabalataatti ramaduudhaaf barbaadduu galchi.

Dhangii mammiloo

Ibsadabalataatiif, dhangii lakkaawwii maamiloo tokko ifteessa. Sanduuqnii filannoo kun kan jiraatuu, yoo sanduuqii filannoo Lakkaawwii lamkaasi filatame qofa.

Dura

Barruu isa lakkoofsa ibsadabalataa fulduratti akka agarsiissamu barbaaddu galchi.

Dhangii kan qabduu qaanxii

Akkaataa lakkaawwii ibsadabalataatiif fili.

Booda

Barruu isa lakkoofsa ibsadabalataa booda akka mul'atu barbaaddu galchi.