Dirqalawwan

Kutaadhaaf, lakkoofsa tarjaawwanii fi teessuma tarjaa ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Sections - Options button


Kutaaleen amala yaa'insa barruu kan fuula keessatti saagamanii faana bu'uu.

Fakkeenyaaf, akkaataan fuula keessatti teessuma tarjaa afur warra fayyadamaniitti isa teessuma tarjaa lama fayyadaman yoo saagde, tarjaa afur keessaa, isa tokko keessaatiin uffifama.

Akkasuumas, kutaalee ufisuu nidandeessa. Kutaa tokkoo, kutaa kabiroo keessatti saagu nidandeessa.

Tarjaawwan

Lakkoofsa tarjaawwanii akkasuumas mudana tarjaa akkaataa fuulaa, goodayyaa, yk kutaa tokkootiif ifteessa.

Galumsoota

Mudanaa bitaa fi mirga waliin kutaa galcha.

Duubbee

Halluu duubbee ykn saxatoo qindeessi.

Miiljaleewwan/Ibsadabalataa

Specifies where footnotes and endnotes are displayed as well as their numbering formats.