Qubbuusa

Qubee jalqabaa keewwataa qubee guguddaatiin isa sararoota hedduu taakkeesuu danda'u dhangeessa. Keewwatichii, yoo xinaate isa ati sanduuqa Sararoota keessatti ifteessite taakkeesu qaba.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Dhangeessi - Keewwata - Qubbuusa jedhu filadhu

Choose View - Styles - open context menu Modify/New - Drop Caps tab


Qindaa'ina

Qubbuusa mul'isi

Qindaa'ina qubbuusa keewwata filatamaniif fayyadama.

Jecha guutuu

Qubee jalqabaa kan jecha jalqabaa keewwaticha keessaa akka qubbuusatti qubeewwanii kan jechoota haffanii, akka akaakuu qubee guddaaatti mul'isa.

Lakkoofsa arfiiwwan

Gara qubbuusatti jijjiiruudhaaf lakkoofsa arfiiwwan galchi.

Sararoota

Baay'ina lakkoofsa sararootaa qubbuusni jalqaba keewwataarraa kaasee irra ooluu qaba jettee yaaddu galchi. Keewwatootni gabaaaboon qubbuusaargachuu hin danda'an. Filannoon sararoota 2-9 caaluu hin qabu.

Fageegna barruu irra

Hamma iddoo duwwaa qubbuusa fi barruu hafan keewwaticha keessatti dhiistu galchi.

Qabiiyyee

Barruu

Barruu isa qubeewwan jalqaba keewwataa ossoo hintanee, isa akka qubbuusatti agarsiisuudhaaf barbaaddu galchi.

Akkaataa Arfii

Akkaataa dhangeessuu isa qubbuusatti fayyadamuudhaaf barbaaddu fili. Keewwata ammaatiif akkaataa dhangeessuu fayyadamuudhaaf, [Homma] fili.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.