Yaa'insa Barruu

Specify hyphenation and pagination options.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Dhangeessi - Keewwata - Yaa'insa Barruu jedhu filadhu

Choose View - Styles - open context menu Modify/New - Text Flow tab

Caancala Gulaali - Barbaadii Bakka Buusi - Dhangeessi - Yaa'insa Barruu jedhu filadhu


Murfisa

Galmeewwan barruutiif dirqalawwan murfisaa ifteessi.

Ofumaan

Keewwata tokko keessatti murfisa bakka barbaachisuutti ofumaan saaga.

Arfiiwwan sarara xumuraatti

Lakkoofsa gadee kan arfiiwwan isa xumura sararaa gidduutti dhiistu, murfisichaan duratti akka saagamu galchi.

Arfiiwwan sarara jalqabaatti

Lakkoofsa gadee kan arfiiwwan isa jalqaba sarara, murfisichaan booda akka mul'achuu qabu galchi.

Lak. olaantee kan murfiwwan irraa jalaa

Lakkoofsa gadee kan sararawwan walitti aanan isa murfisamuu danda'uu galchi.

Qarxi

Dirqalaawwan xumuura fuulaa yk tarjaa ifteessi.

Saagi

Sanduuqa filannoo kana filadhu, kana boosa akaakuu qarxi isa fayyadamuudhaaf barbaaddu filadhu.

Akaakuu

Akaakuu qarxi isa saaguudhaaf barbaaddu filadhu.

Qubannoo

Bakka qurxiinsa itti saaguudhaaf barbaaddu filadhu.

Haalata Fuulaa Waliin

Sanduuqa filannoo kana filadhu, kana boosa akaakuu qarxi isa fayyadamuudhaaf barbaaddu filadhu.

Haalata Fuulaa

Akaakuu dhangeessuu isa qarxii booda fuula jalqaba irratti fayyadamuu barbaaddu filadhu.

Lakkoofsa fuulaa

Enter the page number for the first page that follows the break. If you want to continue the current page numbering, leave the checkbox unchecked.

Dirqalawwan

Dirqalaawwan yaa'insa barruu isa duraa fi booda xumura fuulatti keewwatootaaf ba'u ifteessi.

Keewwata addaan hinbaasin

Eerga qarxiin saagamee booda, keewwata guutumaa gara fuula ittaanuu yk tarjaatti jijjiira.

Keewwata ittaanuu irra kaa'i

Yammuu qurxiinsi tokko yk muraa tarjaa saagamu, keewwata ammaatiif keewwata ittaanan waltti-qabee kaa'a.

Toowattuu gasharee

Lakkoofsa liillee sararawwanii keewwata tokko keessaa, xumura fuulaa tokkoo dura ifteessa. Sanduuqa filannoo kana filadhuutii, kana booda sanduuqa Sararoota keessatti lakkoofsa tokko galchi. Yoo lakkoofsii sararoota dhuma fuulaa irraa sanduuqa Sararoota keessatti ifta'ee gad yoo tahe, keewwatichi gara fuula ittaanuutti darba.

Toowattuu foddaa

Lakkoofsa liillee sararawwanii keewwata tokko keessaa, xumura fuulaa tokkoo dura ifteessa. Sanduuqa filannoo kana filadhuutii, kana booda sanduuqa Sararoota keessatti lakkoofsa tokko galchi. Yoo lakkoofsii sararoota dhuma fuulaa irraa sanduuqa Sararoota keessatti ifta'ee gad yoo tahe, dirqalii qurxiinsaa nimijaa'u.

Gashareewwan.