Dirreewwan

The submenu lists the most common field types that can be inserted into a document at the current cursor position. To view all of the available fields, choose More Fields.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dirreewwan filadhu

Baafata halqara baniitti, Dirreewwan filadhu (dirroota saagaman)


Lakkoofsa Fuulee

Inserts the current page number as a field at the cursor position. The default setting is for it to use the Page Number character style.

Lakkaawumsa Fuulee

Galmee keessatti ida'aama lakkoofsa fuulaawwanii akka dirree tokkotti saaga.

Guyyaa

Deetaa ammaa akka dirree tokkootti saaga. Dhangiin deetaa durtii fayyadamameera, garuu deetaan ofumaan hinhaaromne.

Yeroo

Yeroo ammaa akka dirree tokkootti saaga. Yeroochi qinda'ina sirnaa, sirna dalagaa kee irraa qixaan fudhaame. Dhangiin yeroo dhaabbataa inii qabduu dalagaa F9 fayyadamuun hinharoomnee fayyadamameera.

Matadurree

Mataduree amalawwan galmichaa keessatti akka dirree tokkootti iftaa'e saaga. Dirreen kun deetaa dirree Dhimma keessatti Faayilii - Amalawwan - Ibsa jalatti gale agarsiissa.

Barreessaa

Inserts the name of the person who created the document here as a field. The field applies the entry made under - LibreOffice - User data.

Dhimma

Dhimma amalawwan galmicha keessatti iftaa'ee akka dirree tokkootti saaga. Dirreen kun deetaa dirree Dhimma keessatti Faayilii - Amalawwan - Ibsa jalatti gale agarsiissa.

Kabirroo

Gara qubannoo qaree ammaatti dirreewwan saaga. Qaaqii dirreewwan jiran mara tarreessa.