Barruu Saagi

Barreeffama tokko, qubannoo qaree ammaa isa HTML tokko yk galmee barruu keessaatti, saaga.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Script (only HTML documents)


An inserted script is indicated by a small green rectangle. If you do not see the rectangle, choose - LibreOffice Writer/Web - View, and select the Comments check box. To edit a script, double-click the green rectangle.

Yoo galmeen kee barreeffama tokkoo ol qaba tahe, qaaqnii Barreeffama Gulaali, barreeffamaa gara barreeffamaatti utaaluuf, qabduu duraa fi qabduu ittaanaa of keessaa qabaata.

Sajoo

Jump to Previous Script

Sajoo

Jump to Next Script

Qabiiyyee

Akaakuu barruu

Akaakuu barreeffamaa isa saaguudhaaf barbaaddu galchi. barreeffamichi madda lakkaddaa HTML keessatti iyyaatoo <SCRIPT LANGUAGE="JavaScript"> tiin eenyumeeffama.

URL

Geessituu tokko faayilii barreeffama tokkootti ida'a. Qabduu raadiyoo URL cuqaasitii, ittaansuudhaan geessituu isa sanduuqicha keessaa galchi. yookaan ammoo, qabduu sakattaa (...) cuqaasuudhaan booda qubannoo faayilicha agarsiifte, Saagi cuqaasuu nidandeessa. Faayiliin barreeffamaa inni walqabsiifame, madda lakkaddaa HTML keessatti, iyyaatoowwan ittaananiin eenyumeeffama:

<SCRIPT LANGUAGE="JavaScript" SRC="url">

/* barruu mara bakka kanatti tufadhu */

</SCRIPT>

Sakatta'i

Faayila akka geessituutti saaguu barbaaddu sana agarssissuun booda Saagicuqaasi.

Barruu

Lakkaddaa Barreeffamaa isa saaguudhaaf barbaaddu galchi.