Kuusadeetaa

Maddaawwan deetaa galmee ammaatiif jijjiiri. Qabiiyyee dirreewwan saagamani sirritti agarsiissuudhaaf, bakka bu'aan kuusdeetaa maqaawwan dirree waliin wal-fakkii tahuu qaba.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gulaali - KuusaDeetaa Jijjiirraa filadhu


Fakkeenyaaf, yoo dirreewwan teessoo xalayyaa unkaa kan kuusdeetaa teessoo tokko tahe keessatti saagda tahe, teessoowwan adda addaa saaguudhaaf, kuusadeeticha kuusdeetaa teessoo ka birroo waliin-jijjiijuu nidandeessa.

Kuusdeetaa Gegeeddari

Qaaqa kana keessatti, yeroo tokkotti kuusdeetaa tokko qofa jijjiiruu dandeessa.

Kuusdeetaawwan Hojii irraa

Kuusdeetaawwan warra amma hojii irra jiran tarreessa. Galmeen ammaa, tokkoon tokkoon kuusdeetaawwan tarree irra jiraanii keessaa, yoo xiqqaate, dirree deetaa tokko of keessaa qabaata.

Kuusdeetaawwan Jiraataa

Lists the databases that are registered in LibreOffice.

Sakatta'i

Bakka faayilii kuusadeetaa (*.odb) tokko itti filachu dandeessuu, qaaqa faayiliin tokko banaadha jedhu bana. Faayilichi filatamaan, Kuusdeetaatti Jiraataatti ida'ama.

Qindeessi

Replaces the current data source with the data source that you selected in the Available Databases list.

Kuusdeetaa tokko waliin-jijjiiruuf:

Kuusdeetaawwan lamaaniyyuu maqaawwan dirree fi akaakuuwwan dirree walsiman qabaachuu isaanii mirkaneeffadhu.

  1. Galmee isa madda deetaa jijjiiruufii barbaaddu keessa cuqaasi.

  2. Choose Edit - Exchange Database.

  3. Tarree Kuusdeetaawwan Hojii irraa keessatti, kuusdeetaa isa bakka buusuu barbaaddu filadhu.

  4. Tarree Kuusdeetaawwan Jiraataa keessaa, iddoomaa gabatee kuusdeetaa filadhu.

  5. indeessi.