Hagamtaa jijjiiruu fi Goodayyaawwan Siqsuu, Wantawwan Gabatee Furtuu waliin

Wantawwan, gabatee furtuu waliin, hagamtaa jijjiiruu fi goodayyaawwan filataman siqsuu nidandeessa.

Goodayyaa yk wanta filatame tokko siqsuudhaaf, furtuu xiyya dhiibi. Pikselii tokkoon siqsuuf, gad dhiibitii, kana booda furtuu xiyyichaa dhiibi.

Goodayyaa yk wanta filatame tokko siqsuudhaaf, jalqaba Ctrl+Tab dhiibi. Yammuu kana qabannoo keessaa tokko akka filatame mul'isuuf liphata. Qabannoo kabiiroo filachuudhaaf, Ctrl+Tab dabalii dhiibi. Wanta kutaa tarsaa tokkoon hagamtaa jijjiiruudhaaf, furtuu xiyyaa dhiibi. Pikselii tokkoon hagamtaa jijjiiruudhaaf, gad dhiibitii, kana booda furtuu xiyyichaa dhiibi.

The increment by which you move an object with the keyboard is determined by the document grid. To change the properties of the document grid, choose - LibreOffice Writer - Grid.

Furtuuwwan qaxxamuraa(Barreeessaa LibreOffice Saaqqatinaa)