Galfata Moorquusa Qindeessi

Qabiyyee galfata moorquusaa jijjiira.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan -Galfata Murqussaa filadhu, kana booda Gulaali cuqaasi


Deetaa seensaa

Maqaa gabaabbaa tokko galchiitii, akaakuu maddaa isa mijaawwaa filadhu. Amma deetaa galfataaf dirreewwan kan isaa tahe irraa galchuu nidandeessa

Maqaa gabaabaa

Displays the short name for the bibliography entry. You can only enter a name here if you are creating a new bibliography entry.

This is where you select the desired entry data for your bibliography.

Akaakuu

Select the source for the bibliography entry.

Galfatoota moorquusaa dhangeessuu