Galfatoota (kasaa hiika-fayyadamaa)

Galfatoota kasaa hiika-fayyadamaadhaaf dhangii ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

D'oh! You found a bug (text/swriter/00/00000404.xhp#verz35 not found).


Sadarkaa

Sadarkaa isa qindeessuu barbaadduu filadhu.

Sajoo Yaaddannoo

Kasaawwanii hiika-fayyadamaa qabduuwwan xixiqqaan hindegeeraman.


Caasaa fi Dhangeessuu

SararichiCaasaa galfataawwan kasaa keessaa, akkamiin akka barqiifaman murteessa. Danaa galfata tokkoo jijjiiruuf, lakkadda yk barruu saanduqaawwan duwwaa sarara kana iraa jiranitti, lakkadda yk barruu galchuu ni danddeessaa. Akkasumas, saaduqa duwwaa yk lakkadda tokko keessatii cuqaasuu fi ittaansitee qabduu lakkaddaa tokko cuqaasuu nidandeessa.

Barruu galfataa (E)

Barruu kan mataduree boqonnaa saaga.

Dhaabduu caancalaa (T)

Dhaabduu caancalaa tokko saaga. Xuqaawwan dursaa dhaabduu caancalaatti ida'uudhaaf, Fill character box keessaa arfii tokko filadhu. Qubannoo dhaabduu caancalaa jijjiiruudhaaf, saanduqa Qubannoo dhaabduu caancalaa keessaatti gatii tokko galchi, yk ammoo saanduqa filannoo Mirga hiriirsi filadhu.

Lakkoofsa fuulaa (#)

Lakkoofsa fuulaa kan galfataa saaga.

Odeeffannooo boqonnaa

Oddeefaannoo boqonnaa, kuniis, mataduree boqonnaa fi lakkoofsa saaga. Oddeefaannoo akka agarsiisuu barbaadde, sanduuqa Galfata boqonnaa irraa filadhu.

Galfata boqonnaa

Oddeefaannoo boqonnaa isa akka galfata kasaa keessatti dabalamu barbaaddu filadhu.

Hanga sadarkaatti shallagi

Kasaa maddisiifame keessatti sadarkaa olaanaa wantoonni irraa mul'ifamu galchi.

Akkaataa Arfii

Akkaataa dhangeessuu, Sarara caasaa irraa, qaama isa filatameef ifteessa.

Gulaali

Qaaqa bakka akkaataa arfii filatamee itti gulaaluu dandeessu bana.

Arfii guuti

Ajajaa caancalaa isa fayyadamuu barbaaddu filadhu.

Qubannoo dhaabduu caancalaa

Mudana fuula bitaa fi dhaabduu caancalaa gidduutti fageenya dhiifamuu malu gachi.

Mirgatti hiriirsuu

Gara mudana fuula mirgaatti dhaabduu caancalaa hiriirsa.

Dhangeesi

Yammuu qabduu E# Caasaa sararaa keessaa cuqaaste qofa mul'ata. Lakkoofsa boqonnaa fooyaa wajjin ykn fooyaa malee mul'isuuf ana filadhu.

Hanga sadarkaatti shallagi

Kasaa maddisiifame keessatti sadarkaa olaanaa wantoonni irraa mul'ifamu galchi.

Qubannoo caancalaa kallattii galumsa Akkaataa Keewwataatiin

Dhaabduu caancalaa, gatii "galumsa bitaa irraa", isa akkaataa keewwataa caancala Akkaataawwani irratti filatameen murteeffame, waliin haala firoomeen qubachiisa. Kana malee dhaabduun caancalaa sun kallattii galumsa fuula bitaatiin qubachiifama.