Galfatoota (kasaa aabbaatiin)

Dhangii tartiib-qubee galfatoota kasaa ifteessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galfatoota (akaakuun kasii tarree qubee yoo kan filattamuu tahe) jedhu filadhu Caancala Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galfatoota (akaakuun kasii tarree qubee yoo kan filattamuu tahe) jedhu filadhu


Sadarkaa

Sadarkaa isa qindeessuu barbaadduu filadhu.

Sadarkaa "S", matadureewwan qubee baaqqee, warra galfataawwan kasaa haala aabaatiin qoodamaniif wabii taha.Matadureewwan aangaasuuf, sanduqa filannooDaangessaa aabaa, bakka Dhangiikessatti, filadhu.

Caasaa fi Dhangeessuu

SararichiCaasaa galfataawwan kasaa keessaa, akkamiin akka barqiifaman murteessa. Danaa galfata tokkoo jijjiiruuf, lakkadda yk barruu saanduqaawwan duwwaa sarara kana iraa jiranitti, lakkadda yk barruu galchuu ni danddeessaa. Akkasumas, saaduqa duwwaa yk lakkadda tokko keessatii cuqaasuu fi ittaansitee qabduu lakkaddaa tokko cuqaasuu nidandeessa.

Barruu galfataa (E)

Barruu kan mataduree boqonnaa saaga.

Dhaabduu caancalaa (T)

Dhaabduu caancalaa tokko saaga. Xuqaawwan dursaa dhaabduu caancalaatti ida'uudhaaf, Fill character box keessaa arfii tokko filadhu. Qubannoo dhaabduu caancalaa jijjiiruudhaaf, saanduqa Qubannoo dhaabduu caancalaa keessaatti gatii tokko galchi, yk ammoo saanduqa filannoo Mirga hiriirsi filadhu.

Odeeffannooo boqonnaa

Oddeefaannoo boqonnaa, kuniis, mataduree boqonnaa fi lakkoofsa saaga. Oddeefaannoo akka agarsiisuu barbaadde, sanduuqa Galfata boqonnaa irraa filadhu.

Galfata boqonnaa

Oddeefaannoo boqonnaa isa akka galfata kasaa keessatti dabalamu barbaaddu filadhu.

Hanga sadarkaatti shallagi

Kasaa maddisiifame keessatti sadarkaa olaanaa wantoonni irraa mul'ifamu galchi.

Lakkoofsa fuulaa (#)

Lakkoofsa fuulaa kan galfataa saaga.

Akkaataa Arfii

Akkaataa dhangeessuu, Sarara caasaa irraa, qaama isa filatameef ifteessa.

Gulaali

Qaaqa bakka akkaataa arfii filatamee itti gulaaluu dandeessu bana.

Arfii guuti

Ajajaa caancalaa isa fayyadamuu barbaaddu filadhu.

Qubannoo dhaabduu caancalaa

Mudana fuula bitaa fi dhaabduu caancalaa gidduutti fageenya dhiifamuu malu gachi.

Mirgatti hiriirsuu

Gara mudana fuula mirgaatti dhaabduu caancalaa hiriirsa.

Dhangeesi

Yammuu qabduu E# Caasaa sararaa keessaa cuqaaste qofa mul'ata. Lakkoofsa boqonnaa fooyaa wajjin ykn fooyaa malee mul'isuuf ana filadhu.

Hanga sadarkaatti shallagi

Kasaa maddisiifame keessatti sadarkaa olaanaa wantoonni irraa mul'ifamu galchi.

Qubannoo caancalaa kallattii galumsa Akkaataa Keewwataatiin

Dhaabduu caancalaa, gatii "galumsa bitaa irraa", isa akkaataa keewwataa caancala Akkaataawwani irratti filatameen murteeffame, waliin haala firoomeen qubachiisa. Kana malee dhaabduun caancalaa sun kallattii galumsa fuula bitaatiin qubachiifama.

Galfatoota guddaaa dhaaf, Akkaataa Arfii

Akkaataa dhangeessuu kasaa aabbaa keessaa galfatoota guddaaaf ifteessi. Galfata kasaa tokko gara galfata guddaaatti jijjiiruudhaaf, fulduree dirree kasaa galmee keessaa cuqaasitii, kana booda Gulaali - Galfata Kasaa filadhu.

Daangessaa aabaa

Jalqaba qubeewwanii akkaataa aabbaan tarreefamaan akka kutaa mataduree galfatoota kasaatti fayyadama.

furtuun qoodduuwwaniin addaanba'aan

Sararaa tokko irratti galfatoota kasaa qoodduuwwaniin addaanba'aan qindeessa.