Galiinsa (qabeentaa)

Qabeentaa keessatti dhangii kan galfatootaa ifteessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galfatoota (akaakuun qabeentaa yoo kan filattamuu tahe) jedhu filadhu Caancala Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galfatoota (akaakuun qabeentaa yoo kan filattamuu tahe) jedhu filadhu Caancala Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galfatoota (akaakuun qabeentaa yoo kan filattamuu tahe) jedhu filadhu Caancala Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galfatoota (akaakuun qabeentaa yoo kan filattamuu tahe) jedhu filadhu Caancala Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galfatoota (akaakuun qabeentaa yoo kan filattamuu tahe) jedhu filadhu


Sadarkaa

Sadarkaa isa qindeessuu barbaadduu filadhu.

Caasaa fi Dhangeessuu

SararichiCaasaa galfataawwan kasaa keessaa, akkamiin akka barqiifaman murteessa. Danaa galfata tokkoo jijjiiruuf, lakkadda yk barruu saanduqaawwan duwwaa sarara kana iraa jiranitti, lakkadda yk barruu galchuu ni danddeessaa. Akkasumas, saaduqa duwwaa yk lakkadda tokko keessatii cuqaasuu fi ittaansitee qabduu lakkaddaa tokko cuqaasuu nidandeessa.

Lakkoofsa boqonnaa (E#)

Inserts the chapter number. To assign chapter numbering to a heading style, choose Tools - Chapter Numbering.

Barruu galfataa (E)

Barruu kan mataduree boqonnaa saaga.

Dhaabduu caancalaa (T)

Dhaabduu caancalaa tokko saaga. Xuqaawwan dursaa dhaabduu caancalaatti ida'uudhaaf, Fill character box keessaa arfii tokko filadhu. Qubannoo dhaabduu caancalaa jijjiiruudhaaf, saanduqa Qubannoo dhaabduu caancalaa keessaatti gatii tokko galchi, yk ammoo saanduqa filannoo Mirga hiriirsi filadhu.

Lakkoofsa fuulaa (#)

Lakkoofsa fuulaa kan galfataa saaga.

Geessituu (LS fi LE)

Geesituu qaama galfataawwanii, isa iyyaatoo geessituuwwan banuu (LS) fi cufuu (LE)dhaan marsite, uuma. Sarara Caasaa irraa, saanduqa duwwaa fuuldura qaama isa ati geessituu uumuufii barbaadduutti argamu cuqaasiitii, sana booda qabduu kana cuqaasi. Saanduqa duwwa, isa qaama geessuu barbaadde sanatti aanee jiru, keessatti cuqaasiitii, isa booda geessituu kana ammas cuqaasi. Geessituuwwan martinuu addataa tahuu qabu. Qabeentaa qofaaf jiraata.

Mara

Applies the current settings to all levels without closing the dialog.

Akkaataa Arfii

Akkaataa dhangeessuu, Sarara caasaa irraa, qaama isa filatameef ifteessa.

Gulaali

Qaaqa bakka akkaataa arfii filatamee itti gulaaluu dandeessu bana.

Arfii guuti

Ajajaa caancalaa isa fayyadamuu barbaaddu filadhu.

Qubannoo dhaabduu caancalaa

Mudana fuula bitaa fi dhaabduu caancalaa gidduutti fageenya dhiifamuu malu gachi.

Mirgatti hiriirsuu

Gara mudana fuula mirgaatti dhaabduu caancalaa hiriirsa.

Dhangeesi

Yammuu qabduu E# Caasaa sararaa keessaa cuqaaste qofa mul'ata. Lakkoofsa boqonnaa fooyaa wajjin ykn fooyaa malee mul'isuuf ana filadhu.

Hanga sadarkaatti shallagi

Kasaa maddisiifame keessatti sadarkaa olaanaa wantoonni irraa mul'ifamu galchi.

Qubannoo caancalaa kallattii galumsa Akkaataa Keewwataatiin

Dhaabduu caancalaa, gatii "galumsa bitaa irraa", isa akkaataa keewwataa caancala Akkaataawwani irratti filatameen murteeffame, waliin haala firoomeen qubachiisa. Kana malee dhaabduun caancalaa sun kallattii galumsa fuula bitaatiin qubachiifama.